Thursday 2 June 2016

Fitwrari Tekle Hawariat fi Hirna

    ፊተውራሪ ተክለ ሐዋርዓት እና ሒርና
   FITWRARI TEKLA HAWARIAT FI HIRNA
    (Jalle Michael)
Carcar erga warrani minilik jala galte bara 1886 bulchaan Carcar General minilik Weld-Gebrel Aba Satan ta'e filame. Kaanbii waraani gara magaala Qunni gessee Qunnetti church Gorgies Jarre gaafana Qunnin capital city carcar Tate hanga magaala Chirotti dabrutti.(Haulk:1971;Hasan:1985)
   Eega Hara warraana minilik jala galte Bulchaan Gutuu Hararghe Ras Mekonin ta'e. Bara Haile Slleisen angorra bahe galiin Ethiopia gudaan qonnaa akka ta'e hubachuudhaan carcar akka model Qonnaatti filatamte kana kan hogannu qabu Nama baratte kan akka Tekle Hawariat fi Dr,Martha or azazh workeneh kanaaf yadaman. (Greenfield 1969)
 
     Tekle Hawariat bara 1923tti bulchaa carcar ta'e filatame. Gaafana capital city Qunni irra gara Hirnatti jijiruu barbaadde. Sababni jijiruu itti baarbaada ja'e H/S dhaleesi.(Bahru;1969)
  Qunnin haalan qabanawu, qilleensa,garra gubba ta'uu isii fi bishaan dhabuu isiitti.
Sababni Hirna itti filachuu danda'e.
Bulchaa Carcar ta'u isaatiin Dura magaala Hirna bara 1913-14 waan jiraatef Hirnitti qonnaaf akka mijeeytuu Tate fi qilleensa midhaga akka qabdu beeku isaati. Garu akka carra ta'e H/s hayyama dhorkate.
   Bara 1924 capital city carcar chiro akka ta'u filate. Sababa mogaasa maqaa irratti Fitwrariin Haala kanaan dubbata.
  "የቆረቆርከውን ከተማ ምን ብለህ ትስይመለህ" ሲሉ በጥፈት ጠየቁኝ። እኔም "በጥንት ስሙ ጭሮ እለዋለው፤አለበለዚያም ባጠገቡ ሞቲ የሚባል ጋራ አለና ሞቲ እለዋለው"ስል መለስኩላቸው።

"አስበ ተፈሪ" ብለህ ስይመው ብለው በድጋሚ ጣፉልኝ።

"በቁምዎ ለራስዎ ስያሜ ከማውጣት ህዝቡ በኃላ መታስቢያ ብሎ አውቆ በስምዎ ቢስይመው ይሻላል"ስል ጣፍኩላቸው።

 "እኛ እንዳልንህ አድርግ" ሲሉ በመቀያም ዐይነት ጣፉልኝ።

ብዙ ስዎች ለመደለያ ስል፤እኔ"አስበ ተፈሪ"ብዬ ከተማዋን የስየምኩ መስሏቸዋል።እኔ ግን ይህንኑ ለመግለጥ አጋጣሚ ሲፈቅድልኝ አልቦዘንኩምና  "አንተ የስየምክ መስሎን አምተንህ ነበር" እያሉ ይገረማሉ። (አፈንዲ ሙተቂ:2006:ገፅ:148-149)
Sababoota kanneen armaan olitti ibsuuf yaaleen waldhabiin lamaan jiddutti umame ture. Capital city carcar chiro tatule Tekle Hawariat hojjilee isaa tan bara 1920 magaala Hirnatti egale ture hin dhaabne

   Kaayyoon barreefama kana Bu'aa Tekle Hawariat fi Hirna jachuun kaafne Yaalii magaala Hirna capital city carcar jadhuuf yaalle bira dabre, Buaalee magaala Hirnaf bussee hanga beynu irra wal barbarsiisuu dha.

   Buaan Hirnaaf busse hangana janne waan dubachatamutti haa garu dubachu hin oolu.   Bu'aan gurguddoon Hirnaff.
1. master plan Ganda 01 fi karra gudda Ganda 01 haala bareda taen hojjatte.
2. Sarara bilbila magaala Hirna galche.
3. Bake bitta gurgurta hojjatte.
4. Kara daldala harren imalan kan Hirna gara dire dhawa hojjatte.
5. Baarzaafii adii biyya alatti fide Akkasuma.
6. Abuukoo Fitwrari fide.               Bu'aaleen Tekle Hawariat Hirnaff busse isa kana jannu mitti. Nutti hundi isaaneen akka Fitwrari, Abdurazaq Mohammed, ma'aza Biru fakenya godhachuun magaala tenya qashtiiff buaa bussu qabna ja'ettiin yaada.
Jiruuffi jireenya Fitwrari magaala Hirna keessa jiraate waldhabiin waan jiruuf yeroo biraa bal'naan itti dachaana.

 WARRA MAGAALA TENYA QASHTIIDHAAF HOJJIILEE BABAREDUU AkKANA HOJJATTAN MAQAA HIRNOOYEETTIIN GALATOOMFADHA !!!!!!
     

No comments:

Post a Comment